Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
gutichaa ma.
GAO

jifaara dubartiin miidhagaaf gurratti dirattu.

guu
GAO

"gurbaa" ilaalaa.

guuboo bishaanii ma.
GAO

keessa bishaanii bakka lafti gadi fagaatu, wiirtuu bishaanii, liqimsituu bishaanii, tuujii.

guuboo ma.
GAO

mi'a waan ta'e keessa keewwatan,kan leemmana yookiin shimala irraa hojjetamu, shaalii.

guuchisuu go
GAO

akka guutu gochuu.

guufachiisuu go.
GAO

daa'imti yookiin jabbiin ofii akka hodhuu dhiistu goosifachuu; Funyaan jabbiitti qoree hidhanii guuf...

guufachuu go.
GAO

daa'imti yookiin jabbiin akka hodhuu dhiistu gochuu.

guufata
GAO

harma akka hinhoone gocha, harma gachisiisa; Haati kee harma guufataaf obboleessa kee akkawootti gal...

guula bitaa ma.
GAO

gara harka bitaatti aanu.

guula ma.
GAO

1.fardi dhaabbachuu didee namaan kaacha; Guulatu fardicha dadhabsiise. 2. gorsa namaa dicta, ofiin b...

guulana
GAO

"gulana" ilaalaa.

guulsisuu go.
GAO

akka guulu gochuu.

guuluu go.
GAO

1. fardi dhaabbachuu didee namaan kaachuu. 2. gorsa namaa didanii ofiin buluu, akka yaada ofii ta'uu...

guumaa ma.
GAO

gosa mishingaa kan agadaa isaa nyaachuuf facaafatan.

guura ma.
GAO

mi'a ta'e bakkee tokkoo bakkee biraatti deddeebi'anii geessa.

guuramaa ad.
GAO

kan bakkee tokkoo bakkee biraatti geeffame.

guuramuu go.
GAO

1.baatamee bakka ta'etti geeffamuu yookiin cimmifamuu, funaanamuu. 2. wanni dhangala'e lafaa funaana...

guurii ma.
GAO

xurii gurra keessaa; "Guurii gurraa baafadhuu, taa'ii na dhaggeeffadhuu".

guurrachuu go.
GAO

1.waan tokko bakka tokkoo bakka biraatti geeffachuu. 2. waan dhangala'e lafaa funaannachuu yookiin k...

guuruu go.
GAO

1.mi'a baay'ee bakkee ta'etti deddeebi'inii geessuu, walitti funaanuu. 2. waan dhangala'e lafaa funa...

Sponsors