Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
gooree ad.
GAO

gola jabbi; Dhala hinargin ballaan gooree 1.Jaare, du'a hinargin obiitiin boolla qote."

gooroo ma.
GAO

lafa ol ka'aa,gaara, gubbaa; Gooroo bayeeti isa eege.

goorroo
GAO

"gooroo" ilaalaa.

goosaa ad.
GAO

kan waan fe'e akka yaada ormaa odoo hintataane akka yaada ofii godhu, roorrisaa "Galaanni dhagaa kee...

goosuu ma.
GAO

maqaa mukaa yookiin umaa isaa kan bifti magaala gurraachaa.

goota ad.
GAO

kan hinsodaanne, kan onnee qabu, jagna.

gootaraa
GAO

"gombisaa 2 " ilaalaa.

gootummaa ma.
GAO

sodaa dhaba, onnee qabeenya; Fardi gootummaa qabu fardeen guluftu yoo arge tole jedhee hindhaabbatu.

gootuu ma.
GAO

yaa'a bishaan lagaa keessa bakkee gadi fagaatu, liqimmee wiirtuu bishaanii; Yeroo bishaan daaktu goo...

goowaa ma.
GAO

hidda mogolee; Goromsa kana goowaa hidhaatii gaadii barsiisaa.

goraadee ma.
GAO

mi'a waraanaa kan albee fakkaatee albee irra dheeratu, kan mudhiitti hidhatanii deeman,Goraadeen ala...

gorba ma.
GAO

jabbilee guguddoo Gorba malee saawwan as hinjiran.

gorboo ma.
GAO

mana keessatti, bakkee fardi waan nyaatu itti kennaniif; Fardaaf gorboo ijaari.

gorduuba ma.
GAO

kutaa mana bakitee, gorroo duuba.

gorfamaa
GAO

"gorsamaa" ilaalaa.

gorfoo ma.
GAO

uffata dubartii kan gogaa irraa qophaawu (bar,duree) ; "Intala boru baddu gorfotu dura bada."

goromsa ma.
GAO

raada an'amuu geesse, tan kanaan dura dhaltee hinbeekne; Goromsi yoo dhaluu jalqabde haadhoo jedhamt...

gorora cobsiisuu go.
GAO

gorora akka cobsuu gochuu, dharraasisuu.

gorora cobsuu go.
GAO

garmalee fedhuu, dharra'uu.

gorora ma.
GAO

1. hancufa qaqaldhatee hidhii irra gadi yaa'u, Maaliif akka daa'imaa gorora yaaftaa? 2. dubbii hinta...

Sponsors