taa'umsaafi ka'iisa dhabsiisa, muddanii kan qabaniifi kan gadi lakkisan wallaalchisa.
1. lolaa sodaafi saamicha of keessaa qabu· Girrigirrii keessa akka hinsaamamne of eegi. 2.olii ga...
rifeensa re'ee kan dhedheeraa ta'e; "Gishee qabaa hinurgufatu, afaan qabaa hindubbatu" kan hiikni is...
namoota dhalootaan, qabeenyaan yookiin humnaan wal qixxe; Gita keeti seetee kan daa'ima xiqqoo dhaan...
muka yookiin agadaa baaqelaa, boqqolloo yookiin goommanaa kan qarrisaa lafa keessaa luka namaa waraa...
1. walitti yookiin bakkee toktotti baay'achuu; Miidhaan kun hingobbate. 2. furdachuu gobbuu "goobuu"...
qaama bitaamirga indaaqqoo, sembira yookiin allaattiitti bayee ittiin barri'an, koola, goochoo, baal...
waan ta'e hojjecha; Gocha kee kana dhiisi jennaan diddee; Gocha akkanaatti lammata hindeebi'in.