Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
ganna ma.
GAO

1. yeroo roobaa kan arfaasaafi birraa gidduu aanu; Dullacha ganni alleese bonni maqaa fuudha. 2. yer...

gannaa
GAO

"qilleen" ilaalaa.

gannee
GAO

maqaa kabajaa kan dubartii heerumteen yaaman.

gannii
GAO

"qillee" ilaalaa.

ganno 1
GAO

"gannee" ilaalaa.

ganno 2
GAO

"Qillee"  ilaalaa.

ganno 3 ad.
GAO

1. yeroo gannaa. 2. kan yeroo bonaa hintaane, yeroo gannaa malee.

ganuu go.
GAO

waan irratti walii galan dhiisanii duubatt1 deebi'u waan duraan tole jedhan deebi'anii diduu, haaluu...

gara baasisuu go.
GAO

akka  qara godhatu gochuu.

gara balleessuu go.
GAO

1. akka hinmuldhanne gochuu, dhoksuu, karaa itraa balleessuu. 2. akka waanti ta'e hin argamne gochuu...

gara baqeessa ad.
GAO

sa'a baay'ee /hedduu/dhale; Sa'a gara baqeessa gurgureeti goromsa bitate.

gara biraa da. go.
GAO

bakka kana odoo hinta'in, bakka biraa, iddoo biraa.

gara dhabuu go.
GAO

waan hunda wallaalanii yookiin dadhabanii of ijibbaachuu.

gara gara 1 ad.
GAO

waan wal hinfakkaanne yookiin tokko hintaane , adda adda.

gara jabeessa ad.
GAO

kan hamaa ta'e, kan waan fedheefuu hinnaane.

gara jabeettii ad.
GAO

an hamtuu taate, tan waan fedheefuu hinnaane.

gara laafessa ad.
GAO

nama hammeenya hinqabne, kan raa namaa laafu, kan namaa nawu.

gara laafettii ad.
GAO

dubartii  hammeenya hinqabne,tan namaa naatu.

gara malee da.go.
GAO

1. seera malee, karaa malee,gar malee.  2."hara malee" ilaalaa.

gara wallaaluu go.
GAO

1. daandiin deemaa jiran yookiin deemuu hedan nama jalaa baduu. 2. waanti hojjetan, dubbatan yookiin...

Sponsors