hammeenya namni namatti oole garaatti qabacha yookiin irraanfachuu dhiisa, haaloo; Erga araaramanii ...
1.Gadaa gochuu, qumbii nyaachisuu 2.qola dhaqna hormaataa muruu, dhaqna qabuu, kittaanuu; Durba kitt...
1. nadhiin damma keessaa cuunfamee eega bayee booda kan hafu. 2. damma nadhii of keessaa hinqabne.
odoo suuta hinta'in, muddama yookiin Jarjara; Hiriyaan isaa dhufnaan gaggaba utaalee afaa ka'e.
dhibee of nama wallalchisee nama kuffisu; Gaggabdootu hoomacha afaaniin yaasee lafaan dhaye.