baala bishaan cinaatti margu, kan yoo re'ee nyaatte bokoksee oomacha afaaniin yaasee ajjeesu.
sirna diimookiraatawaa ummanni Oromoo sadarkaa umurii irratti hundaa'ee ofii isaa ittiin of bulchaa,...
man'ee garaa keessaa, kan ilmoon keessatti uumamtee keessatti guddattu, gadameessa.
1. luba dirqama hojii isaa fixe. Nama dulloome,kan bu'aa guddaa buusuu hindandeenye.