Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
gaaraa
GAO

"gaamara" ilaalaa.

gaararraa 1 ma.
GAO

bineettii xiqqoo lafa irra lootu kan bifa ishii waan naannoo ishii jiruun wal fakkeeffattu.

gaararraa 2 ad.
GAO

nama amalli isaa yeroo baay'ee gegeeddaramu.

gaarayyuu
GAO

"aynoo" ilaalaa.

gaareffachuu
GAO

"gaarreffachuu" ilaalaa.

gaareffannaa
GAO

"gaarreffata" ilaalaa.

gaareffata
GAO

"gaarreffata" ilaalaa.

gaarii 1 ad.
GAO

Wan tolaa kan hammeenya of keessaa hinqabne, bayeessa.

gaarii 2 ma.
GAO

1. konkolaataa, mukaafi sibiila irraa hojjetamee fardi harkisu. 2. gafardaafi mi'a konkolaataa Fa fa...

gaariitti da.go.
GAO

nagaan turi ,nagaatti, akka hamaan nama irra hingeenye gaarii namaa hawwa.

gaaromsuu go.
GAO

tolaa yookiin gaarii akka ta'uu gochuu.

gaaromuu go.
GAO

tolaa yookiin gaarii ta'uu.

gaarree ad.
GAO

loon gurraacha yookiin arrawa adda irraa qabee amma funyaaniitti kan adii qabu, horii addi booqaa.

gaarreffachuu go.
GAO

gateettii irraan yookiin ceekuu irraan ilaalcha. 2. ija hammeenyaatiin ilaalcha.

gaarreffata ma.
GAO

1. gateettii irraan yookiin ceekuu irraan ilaalcha. 2. ija hammeenyaatiin ilaalcha.

gaarummaa ma.
GAO

1. tolaa yookiin gaarii ta'iisa. 2. maqaa namaa.

gaattiraa ma.
GAO

muka guddaa lafa baddaatti margu kan baalli isaa shishifii akka margaa, hindheessa.

gaawaa ma.
GAO

waan keessi qaawaa.

gaawwaa ma.
GAO

okkotee gudaaa afaan baldhatu; "Nama mana ofiiti eelee irra hinkaawwannetu mana namaatti gaawwaa irr...

gaayyaa ma.
GAO

buqqee bishaan itti naganii, abiddaafi tamboo dhagaa gaayyaa irra kaa'anii, ujummoodhaan xuuxan; Gaa...

Sponsors