Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
gaallamoota
GAO

"gaalamoota" ilaala .

gaam'ee
GAO

"gaammee" ilaalaa.

gaamara ma.
GAO

umrii yookiin dhaloota dheeraa qabeenya.

gaamaraa ad.
GAO

kan umriin yookiin dhaloonni isaa dheeraa ta'e, kan bay'ee ture yookiin dullumatti dhiyaate, bilchaa...

gaamarsuu go.
GAO

akka gaamaru gochuu.

gaamartuu ad.
GAO

kan umrii yookiin dhaloota dheeraa qabdu, kan baay'ee turte yookiin dullumatti dhiyaatte, bilchaattu...

gaamaruu go.
GAO

umriin yookiin dhaloonni waan ta'ee dheeraa ta'uu, yeroo baay'ee turuu yookiin dullumatti dhiyaachuu...

gaammee ma.
GAO

mataa cinaa lamaan haadamee sammuudhaa qabee amma duubaatti hafu.

gaana kaasuu go.
GAO

raadni (saani) korma barbaaduu, fedhii kormaa qabaachuu.

gaana ma.
GAO

kormi yookiin qotiyyoon sa'a yookiin raada koriisa, ariisaa; Raadni tun gaana kaaste.

gaanamuu go.
GAO

raadni yookiin saani kormaan (qotiyyoon) ari'amuu, koramuu.

gaanfuree ad.
GAO

1. tan gunfura qabdu. 2. kormee yookiin nama si'a yookiin kormee qabu.

gaangee ma.
GAO

horii yaabbii yookiin fe'iisaa kan wadalli harree qalaamaa fardaatirraa dhalchu.

gaangoo
GAO

"gaangee" ilaalaa.

gaanii ma.
GAO

hubboo guddaa farsoo yookiin daadhii itti naqan.

gaansisuu go.
GAO

akka gaanu gochuu; Saani tun akka rimaa qabdu korma itti fidanii gaansisuu didan.

gaantuu ad.
GAO

kan gaana guddisu yookiin baay'isu.

gaanuu go.
GAO

kormi (qotiyyoon) sa'a (raada) koruu, ari'uu; Kormi yoo nafa ulfaate danda'ee koree hingaanu.

gaanyii ma.
GAO

namaan wal dhabiisa, lola, dubbii; Gaanyii barbaada yookiin gaanyii kaasa qeyee namaa diliqxee nama ...

gaara ma.
GAO

lafa ol ka'aa; Gaaratti yoo ol baate biyyi marti sitti muldhata.

Sponsors