Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
G,g
GAO

G,g qubee Oromoo kan tarree torbaffaa irratti argamu.

ga'a ma.
GAO

1. bakkee dhaquu hedan dhaqqaba, bakkee dhaquu hedanitti argama. 2. waan yaadan dhaqqaba yookiin yaa...

ga'aa ad.
GAO

baay'inni wayii amma barbaachisu ta'aa; Kana caalaa hinbarbaadu garbuun ga'aadha.

ga'iftuu ad.
GAO

dubartii qoosaa guddistu.

ga'iisa 1
GAO

"ga'a" ilaalaa.

ga'iisa 2
GAO

"ga'aa" ilaalaa.

ga'isaa ad.
GAO

nama qoosaa guddisu.

ga'isuu
GAO

"qoosuu" ilaalaa.

ga'uu 1 go.
GAO

1.bakkee dhaquu yaadan dhaqqabuu yookiin achitti argamuu; Ganamaan kaanaan daftee achi ga 'uu dandee...

ga'uu 2 go.
GAO

baay'inni wayii hamma barbaachisu ta'uu; At naaf laatu malee kun na hinga'u.

ga'uu diduu go.
GAO

1 bakkee deemu hanqachuu, gadadhabuu. 2. baay'innii yookiin hammi wanna ta'ee xiqqaachuu, gabaabbach...

gaa'ela ma.
GAO

guyyaa fuudhaafi heerumaa, cidha. 2. saalfannoo, keessattuu yeroo dhiirri fuudhuufi durbi heerumuu d...

gaa'ila
GAO

"gaa'ela" ilaalaa.

gaabaalcha ma.
GAO

dubbii dalga ittiin nama arrabsan, agiboo,gameelcha.

gaabba
GAO

"gaabbii" ilaalaa.

gaabbii ma.
GAO

waan duraan hojjetan yookiin hojjechuuf yaadan odoon hojjechuu yookiin yaaduu baadhee jecha; "Gaabbi...

gaabbisiisuu go.
GAO

akka gaabbu gochuu.

gaabbituu ad.
GAO

dubartii waan duraan hojjette yookiin yaadde keessa deebitu, kan gaabbii guddistu:

gaabbuu go.
GAO

wanti darbe garaa nama nyaachuu, waan duraan yaadan keessa deebi'uu, waan duraan hojjetan doon hojje...

gaabii ma.
GAO

baaqqee (naxalaa) lama kan walitti hodhame. 2."bullukkoo" ilaalaa.

Sponsors