1.rakkina jalaa baasanii boqochiisuu; Qorichi dhibee itti fure. 2. hidhaa itti laaffisuu.
1.humnaan fageessanii darbacha; Dhagaa turuurseeti jaldeessa rukute. 2. garaa kaasa.
1. humnaan fageessanii darbachuu. 2. garaa kaasuu; dhukkubni garaa isaa turuurseeti isa laaftise...
1. hodhaan yookiin hidhaan hiikkachuu. 2. gadi lakkisuu; Cuqqaallaan xaarmusii yoo futtaafate guddaa...
dubartii haadha manaa yookiin niitii godhacha; Fuudha ilmaatiif daara irraa jala hodhiisiifate. 2. o...