Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
fiixa ba'uu go.
GAO

bakkaan gahamuu, geeffamuu.

fiixa baasuu go.
GAO

bakkaan gawuu; waan calqabe fiixa baasu malee duubattl hindeebi'u.

fiixee
GAO

"fiixa" ilaalaa.

filaa ma.
GAO

1. mi'a rifeensa mataa ittiin wal qixxeessan yookiin filatan. 2. qoree dhaddee; Filaan dhaddee barru...

filachuu go.
GAO

1. kan dhiyaatiin kee fo'achuu. 2. mataa filaa wal qixxeeffachuu.

filama ma.
GAO

1. wal qixxeeffama; Filama mataa jibbeeti mucaa lole. 2. keessaa fe'ama, Filama namichaatu isa aarse...

filamuu go.
GAO

1. rifeensi mataa wal qixxeeffamuu. 2. bakka barbaachisutti fo'amuu ; Bokkuu ta'uuf filame.

filata
GAO

bakka barbaachisutti fo'acha, addaan baafacha rifeensa mataa wal qixxeeffacha.

filchata ma.
GAO

hiika sooma kudha shanii, kan warri amantii Ortodoksii hordofan sooman.

filee ma.
GAO

gaafa horii, keessattuu kan qara qabu "filaa" ilaalaa.

filii ma.
GAO

sanyii faca'ee dhaabbachuu jala ga'e; Filii baa'ee dhaabbate.

filmaata
GAO

"filata 1" ilaala

Sponsors