Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
fattansiisuu go.
GAO

akka fatanaa yookiin qorumsa kennu gochuu.

fattansiisuu go.
GAO

akka fatanaa yookiin qorumsa kennu gochuu.

fattanuu go.
GAO

fatanaa yookiin qorumsa kennuu.

fattanuu go.
GAO

fatanaa yookiin qorumsa kennuu.

fattee ma.
GAO

uumama luka afurii kan miilla dheeraafi harka gabaabaa, kan naannoo lafa hiidhi yookiin bishaanni ji...

fattee ma.
GAO

uumama luka afurii kan miilla dheeraafi harka gabaabaa, kan naannoo lafa hiidhi yookiin bishaanni ji...

faxara ma.
GAO

dhiyaana ganamaa,bultee, ciree, qursii.

faxara ma.
GAO

dhiyaana ganamaa,bultee, ciree, qursii.

faxuu ma.
GAO

moluu bitaa mirgaa kan dhaloota irraa dhufu; Faaxuun moluu miti.

faxuu ma.
GAO

moluu bitaa mirgaa kan dhaloota irraa dhufu; Faaxuun moluu miti.

faxuula ma.
GAO

akkasumaan boona, of tuula.

faxuula ma.
GAO

akkasumaan boona, of tuula.

faxuulsisuu go.
GAO

akka faxuulu gochuu.

faxuulsisuu go.
GAO

akka faxuulu gochuu.

faxuuluu go.
GAO

waan qabaniin boonuu yookiin kooruu; Beekaan waan qabuun hinfaxuulu.

faxuuluu go.
GAO

waan qabaniin boonuu yookiin kooruu; Beekaan waan qabuun hinfaxuulu.

faxuusisuu go.
GAO

akka faxuulu gochuu.

faxuusisuu go.
GAO

akka faxuulu gochuu.

fayya ma.
GAO

dhibee dhabiisa ykn nageenya argacha.

fayya ma.
GAO

dhibee dhabiisa ykn nageenya argacha.

Sponsors