Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
farra ad.
GAO

waan hamaa yookiin gadhe ; Namni hubboo duwwaa baatee ganama namatti dhufu farra Jedhama.

farra ad.
GAO

waan hamaa yookiin gadhe ; Namni hubboo duwwaa baatee ganama namatti dhufu farra Jedhama.

farramamuu
GAO

"qubeeffamuu" ilaalaa.

farramsiisuu
GAO

"qubeessisuu" ilaalaa.

farramuu
GAO

"qubeessuu" ilaalaa.

farrisa ma.
GAO

waan hinJirre nidhufa, nita'a jecha.

farrisa ma.
GAO

waan hinJirre nidhufa, nita'a jecha.

farrisiisuu go.
GAO

akka farrisu gochuu.

farrisiisuu go.
GAO

akka farrisu gochuu.

farrisuu go.
GAO

hamaan nita'a, nidhufa jechuu; Kan bara egeree du'u barana tarrisuu Jalqaba.

farrisuu go.
GAO

hamaan nita'a, nidhufa jechuu; Kan bara egeree du'u barana tarrisuu Jalqaba.

farroo ad.
GAO

nama garaadhaa hamaa qabu;Nama farrootti of hindagatin.

farroo ad.
GAO

nama garaadhaa hamaa qabu;Nama farrootti of hindagatin.

farsaa'uu go.
GAO

dhuganii machaa'uu; Haraqee dhugeeti farsaa'e.

farsaa'uu go.
GAO

dhuganii machaa'uu; Haraqee dhugeeti farsaa'e.

farshaa'uu
GAO

"farsaa'uu" ilaalaa

farshaa'uu
GAO

"farsaa'uu" ilaalaa

farsoo ma.
GAO

dhugaatii geeshoofi biqila qabu kan midhaan adda addaa irraa qophaa'uu; Farsoon garbuu mataa hindhuk...

farsoo ma.
GAO

dhugaatii geeshoofi biqila qabu kan midhaan adda addaa irraa qophaa'uu; Farsoon garbuu mataa hindhuk...

fataffachiisuu go.
GAO

akka fataffatu gochuu,faffachiisuu.

Sponsors