Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
fara'uu go.
GAO

1. lola yookiin saamicha kajeeluu. 2. waan barbaadan argachuuf qoccoluu;Dargaggeessa waa dhugetu gu...

fara'uu go.
GAO

1. lola yookiin saamicha kajeeluu. 2. waan barbaadan argachuuf qoccoluu;Dargaggeessa waa dhugetu gur...

farada ma.
GAO

murtii kenna, murteessa.

farada ma.
GAO

murtii kenna, murteessa.

faradamuu go.
GAO

murtiin kennamuu, murteeffamuu.

faradamuu go.
GAO

murtiin kennamuu, murteeffamuu.

faraduu go.
GAO

murtii yookiin firdii kennuu, murteessuu; Jabana gadhee firdii argachuun eebba guddaadha.

faraduu go.
GAO

murtii yookiin firdii kennuu, murteessuu; Jabana gadhee firdii argachuun eebba guddaadha.

faraqa ma.
GAO

wanfala yookiin dabaree; Horii darabaa galchanii faraqaa eeguutti Jiru.

faraqa ma.
GAO

wanfala yookiin dabaree; Horii darabaa galchanii faraqaa eeguutti Jiru.

farda ma.
GAO

kotte duudaa fe'isaaf yookiin yaabbiif ta'u; Farda sangaa yaabbateeti booyicha deeme.

farda ma.
GAO

kotte duudaa fe'isaaf yookiin yaabbiif ta'u; Farda sangaa yaabbateeti booyicha deeme.

farqa ma.
GAO

waan guutuu hinta'in, seelka.

farqa ma.
GAO

waan guutuu hinta'in, seelka.

farqachuu go.
GAO

seelkachuu, hanquu ta'uu.

farqachuu go.
GAO

seelkachuu, hanquu ta'uu.

farqeessuu go.
GAO

akka farquu godhatu gochuu.

farqeessuu go.
GAO

akka farquu godhatu gochuu.

farquu ma.
GAO

hanquu kan ta'e, seelka; xuwwee farquu qabu bitatte.

farquu ma.
GAO

hanquu kan ta'e, seelka; xuwwee farquu qabu bitatte.

Sponsors