Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
fannifamuu go.
GAO

1.wayitti rarraafamuu. 2. funyoodhaan ajjeefamuu.

fannisa ma.
GAO

rarraasa waan ta'ee.

fannisa ma.
GAO

rarraasa waan ta'ee.

fannisuu go.
GAO

1.wayirratti diruu. 2. haada gatanii ajjeesuu; Hattuu nihidhu malee hinfannisan.

fannoo diimaa ma.
GAO

mallattoo waldaa Kiristiyaanotaan dhaabbate kan nama balaan adda addaa irra ga'e, keessattuu loltuu ...

fannoo ma.
GAO

bakka miini itti fannifamu yookiin fannoo kan ittiin miini fannifamu; Fannoo okoleetti uktee fannift...

fanxoo fuudhuu go.
GAO

fanxoon nama qabuu; Dubartiin dhirsa qabdu fanxoo fuunaan caba guddaadha.

fanxoo ma.
GAO

dhibee qaama hormaataa kan akka gifiraa namatti bawu.

faqqadamuu go.
GAO

ofkaltiin yookiin hayyamni kennamuu, hayyamamuu.

faqqadsiisuu go.
GAO

hayyama kennisiisuu.

faqqadsiisuu go.
GAO

hayyama kennisiisuu.

faqqaduu
GAO

"hayyamuu" ilaalaa.

fara'aa ma.
GAO

1.lola yookiin saamicha kajeela. 2. waan barbaadan argachuuf jala deemanii qoccola.

Sponsors