Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
falfala 1 ma.
GAO

qola irraa baasa; Falfala boqqolloo ijoolleen hinbeektu. 2. dubbii baasa yookiin hima, 1. dubbiitu g...

falfala 2 ma.
GAO

hamaa hojjecha, ammeenya; Falfalaaf handaaqqoo gurraacha bitan.

falfala 2 ma.
GAO

hamaa hojjecha, ammeenya; Falfalaaf handaaqqoo gurraacha bitan.

falfalaa ad.
GAO

1. nama moru. 2. nama hamaa; Namichi falfalaan sun maqaa isa balleesse.

falfalaa ad.
GAO

1. nama moru. 2. nama hamaa; Namichi falfalaan sun maqaa isa balleesse.

falfalamuu go.
GAO

1. qolli irraa kaafamuu. 2. ifatti baafamuu.

falfalamuu go.
GAO

1. qolli irraa kaafamuu. 2. ifatti baafamuu.

falfalchiisuu
GAO

"falfalsiisuu" ilaalaa.

falfalsiisuu go.
GAO

akka falfalu gochuu.

falfalsiisuu go.
GAO

akka falfalu gochuu.

falfaluu 1 go.
GAO

firee yookiin ija midhaanii qola keessaa yookiin mataa isaa irraa baasuu; Boqqolloo falfaleeti qoro...

falfaluu 1 go.
GAO

firee yookiin ija midhaanii qola keessaa yookiin mataa isaa irraa baasuu; Boqqolloo falfaleeti qoroq...

falfaluu 2 go.
GAO

1. falfala hojjechuu, moruu. 2. hamaa dubbachuu; Jaartiin ganamaan falfala dubbatteeti ilmi ishii lo...

falfaluu 2 go.
GAO

1. falfala hojjechuu, moruu. 2. hamaa dubbachuu; Jaartiin ganamaan falfala dubbatteeti ilmi ishii lo...

falka beekuu go.
GAO

akkaataa beekuu.

falka beekuu go.
GAO

akkaataa beekuu.

falka ma.
GAO

akkaataa waa ittiin hojjetan.

falka ma.
GAO

akkaataa waa ittiin hojjetan.

Sponsors