Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
facaasuu go.
GAO

asiifi achi bittinsuu yookiin firfirsuu. 2. sanyii oyiruu yookiin maasitti bittinsuu.

facaasuu go.
GAO

asiifi achi bittinsuu yookiin firfirsuu. 2. sanyii oyiruu yookiin maasitti bittinsuu.

faccee ma.
GAO

irra qaba ulee kan yeroo lolaa uleedhaan ulee yookiin eeboodhaan eeboo of irraa ittisan.

faccee ma.
GAO

irra qaba ulee kan yeroo lolaa uleedhaan ulee yookiin eeboodhaan eeboo of irraa ittisan.

faccifachuu go.
GAO

1. ofirraa ittisuu. 2. facceedhaan ulee ofi rraa ittisuu. 2. facceedhaan ulee ofi irraa dhowwuu.

faccifachuu go.
GAO

1. ofirraa ittisuu. 2. facceedhaan ulee ofi rraa ittisuu. 2. facceedhaan ulee ofi irraa dhowwuu.

faccifamuu go.
GAO

garasitti ittifamuu, dhowwamuu.

faccifamuu go.
GAO

garasitti ittifamuu, dhowwamuu.

faccisa ma.
GAO

ofi irraa ach1 ittisa; Faccisa s imalaa hundi hinbeeku.

faccisa ma.
GAO

ofi irraa ach1 ittisa; Faccisa s imalaa hundi hinbeeku.

faccisiisuu go.
GAO

akka faccisu gochuu.

faccisiisuu go.
GAO

akka faccisu gochuu.

faccisuu go.
GAO

ofi irraa achi ittisuu yookiin dhowwuu. 2. ulee ofi irra qabuu.

faccisuu go.
GAO

ofi irraa achi ittisuu yookiin dhowwuu. 2. ulee ofi irra qabuu.

fadda ma.
GAO

bal'ina kenna, bal'aa taasisa;. Jarri mana faddaa jiru.

fadda ma.
GAO

bal'ina kenna, bal'aa taasisa;. Jarri mana faddaa jiru.

fadduu go.
GAO

bal'aa taasisuu, bal'ina kennuu; Boyii itti faddeeti bishaan jallise.

fadduu go.
GAO

bal'aa taasisuu, bal'ina kennuu; Boyii itti faddeeti bishaan jallise.

fadhiidhoo
GAO

humna Kan hinqabne, dadhabaa Yookiin yaraa; Namni Fadhiidhoon hojjetee garaa nama hingawu.

faduula da.go.
GAO

otoo hinhubatin, tilmaamaan, dunyitti.

Sponsors