waanti hinbarbaadamne irraa kaafamuu.
nama yookiin gosa gogaa duugee hulu.
irraa soqachuu, duuggachuu; Ganna nyaachuuf warqee faaqqate.
akka faaqu gochuu.
qola irraa kaasuu yookiin gogaa irraa duuguu; Faaqiin gogaa faaqeeti bula.
rakkoo malee, nagaa.
nagaa dhabuu, dhukkubsachuu.
nagaa dhabsiisuu, akka dhibamu gochuu.
nagaa argachuu, namqtti wayyaa'uu.
"faarsachuu" ilaalaa.
"faarsamuu" ilaalaa.
sirba gaarti isaa kaasanii Sirban; Daboon loon faarsa.