Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
faalamuu go.
GAO

faltiin yookiin dhoqqeen dibamuu; Sa'a faalaniiti jabbii jala gadi lakkisan. 2. waan badaan nama mak...

faallaa ma.
GAO

karaa hintaane, dalga; Karaa horiin bobba'u dhiiseeti faallaa deeme.

faaluu go.
GAO

1. waan tokko faltii yookiin dhoqqee dibuu. 2. dubbii gadhee yookiin yaraa waan gaarii keessa galchu...

faana 1 ma.
GAO

barruu miillaa; Qoreen faana keessa isa waraane.

faana 2 ma.du.
GAO

bakka tokkotti yookiin waan ta'ee wajjin; Isa faana deeme.

faana bawuu go.
GAO

1. wajjin deemuu. 2. yaada nama biraa fudhachuu; Haadha faana bayeeti abbaa lole.

faanaa ma.
GAO

mi'a yaabbii kan miilla keessa seensisanii farda yookiin gaangee ittiin yaabbatan; Faanaan citeeti f...

faandoo ma.
GAO

haga yookiin faltii kotte duudaa; Faandoon kaboota hinta'u.

faanosii ma.
GAO

mi'a gaazii itti naqanii bobeeffatan; Koreentiin bannaan faanosii ibsite.

faaqa ma.
GAO

qola irraa kaasa.

faaqa ma.
GAO

qola irraa kaasa.

faaqamuu go.
GAO

waanti hinbarbaadamne irraa kaafamuu.

Sponsors