Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
erba ma.
GAO

wayyaa tarsa'etti carqii hodhuu, suphuu.

erbachuu go.
GAO

wayyaa nama jalaa tarsa'e carqii itti buufachuu, suphachuu.

erbamuu go.
GAO

carqiin itti hodhamuu, suphamuu.

erbamuu go.
GAO

carqiin itti hodhamuu, suphamuu.

erbee ma.
GAO

1. carqii xiqqoo wayya tarsa'etti hodhanii qaawaa ittiin duuchan. 2. gogaa hoolaa yookiin re'ee.

erbisiisuu go.
GAO

akka erbu gochuu.

erbisiisuu go.
GAO

akka erbu gochuu.

erbuu go.
GAO

1. wayyaa tarsa'etti erbee buusuu, suphuu. 2. fayyisanii akka jireenyi isaa dheeratu gochuu.

erga 1 ma.du.
GAO

Jecha waan tokko akkaata itti ta'e ibsu; Erga inni deemee anis hindhufu.

erga 2 da.go.
GAO

jecha yeroo darbe keessa kan ta'ee qabee amma ammaatt1 waan jiru ibsu; Erga dheengaddaatii homaa hin...

erga 3 ma.
GAO

waan tokko akka geessu yookiin akka dabarsu gocha.

ergaa ma.
GAO

haajaa yookiin dhimma nama biraatii geeffamu. 2. miila yookiin waan irraa kan nama biraatti geeffamu...

ergachuu go.
GAO

ofii jedhanii waan ta'e namatti erguu. 2. dhaamsa dhaammachuu.

Sponsors