Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
elmannaa ma.
GAO

aannan mucha sa'aa keessaa baafacha.

elmannaa ma.
GAO

aannan mucha sa'aa keessaa baafacha.

elmisiisuu go.
GAO

akka elmu gochuu.

elmisiisuu go.
GAO

akka elmu gochuu.

elmuu go.
GAO

mucha sa'aa keessaa aannan baasuu. 2, qabeenya namaa tokko tokkoon guuranii fixuu.

elmuu go.
GAO

mucha sa'aa keessaa aannan baasuu. 2, qabeenya namaa tokko tokkoon guuranii fixuu.

emara
GAO

"eemara" ilaalaa.

emaramuu go.
GAO

waanti wayii namatti himamuu, gorfamuu.

emaramuu go.
GAO

waanti wayii namatti himamuu, gorfamuu.

emarsiisuu go.
GAO

akka gorsa kennu gochuu.

emarsiisuu go.
GAO

akka gorsa kennu gochuu.

emaruu go.
GAO

akka gaarii hojjetu itti himuu, karaa gaarii qabsiisuu, gorsuu.

emaruu go.
GAO

akka gaarii hojjetu itti himuu, karaa gaarii qabsiisuu, gorsuu.

emmee
GAO

"eemmee" ilaalaa.

emmoo
GAO

"eemmee 2" ilaalaa.

ennaa da.go.
GAO

hoggaasan, yeroo san; Ennaa ijoollummaa hojii baruun galgalaaf namaa ta'a.

ennaa da.go.
GAO

hoggaasan, yeroo san; Ennaa ijoollummaa hojii baruun galgalaaf namaa ta'a.

ennas da.go.
GAO

yeroo san, hoggaa san.

ennas da.go.
GAO

yeroo san, hoggaa san.

erba ma.
GAO

wayyaa tarsa'etti carqii hodhuu, suphuu.

Sponsors