Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
aarsuu 1 (go)
GAO

hamaa yookiin waanhintolle hojjetanii yookiin dubbatanii nama dallansiisuu.

aarsuu 1 (go)
GAO

hamaa yookiin waanhintolle hojjetanii yookiin dubbatanii nama dallansiisuu.

aarsuu 2 (go)
GAO

akka aarri keessaa yaa'u gochuu.

aarsuu 2 (go)
GAO

akka aarri keessaa yaa'u gochuu.

aawwee ad.
GAO

1.tan daawwatan yookiin ilaalan; yookiin tan ilaalchaaf toltu. 2. maqaa nama.

aawwee ad.
GAO

1.tan daawwatan yookiin ilaalan; yookiin tan ilaalchaaf toltu. 2. maqaa nama.

aayyaa (ma)
GAO

1. maqaa yookiin sagalee haadha nama deesseen waaman. 2. maqaa nama gaamare yookiin qancare ittiin ...

aayyaa (ma)
GAO

1. maqaa yookiin sagalee haadha nama deesseen waaman. 2. maqaa nama gaamare yookiin qancare ittiin w...

aayyoo
GAO

"aayyaa" ilaalaa.

abaa'aa (ad)
GAO

nama yookiin horii yookiin yoo maqaa dhawuu humna isaa qusatu

abaa'aa (ad)
GAO

nama yookiin horii yookiin yoo maqaa dhawuu humna isaa qusatu

abaabayyuu
GAO

"habaabayyuu" ilaalaa.

abaabilee (ma)
GAO

Abbaa akaakayyuu

abaabilee (ma)
GAO

Abbaa akaakayyuu

abaaboo
GAO

"habaaboo" ilaalaa.

abaaramaa (ad)
GAO

kan hamaan itti yaamame yookiin hawwame. 2.kan hamaan irra gaye.

abaaramaa (ad)
GAO

kan hamaan itti yaamame yookiin hawwame. 2.kan hamaan irra gaye.

abaaramtuu (ad)
GAO

1. dubartii hamaan itti yaamame yookiin hamaan hawwameef. 2.dubartii hamaan irra gaye. 3.arrabsamt...

abaaramtuu (ad)
GAO

1. dubartii hamaan itti yaamame yookiin hamaan hawwameef. 2.dubartii hamaan irra gaye. 3.arrabsamtu...

abaaramuu (go)
GAO

1.hamaan itti yaamamuu, hamaan namatti hawwamuu. 2. "harrabsamuu" ilaalaa.

Sponsors