Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
eebama
GAO

"eyyama" ilaalaa.

eebba
GAO

"heebba" ilaalaa.

eebba argachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba argachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba fudhachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba fudhachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba qabaacbuu go.
GAO

nama eebbifamaa ta'uu, kan hiree gaarii qabu ta'uu.

eebba qabaacbuu go.
GAO

nama eebbifamaa ta'uu, kan hiree gaarii qabu ta'uu.

eebbifamuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa.

eebicha ma.
GAO

muka hadhaawa qabu, kan mi'a manaa akka hubboo yookiin okkotee farsoo ittiin dhiqan, ebicha, ibicha.

eebicha ma.
GAO

muka hadhaawa qabu, kan mi'a manaa akka hubboo yookiin okkotee farsoo ittiin dhiqan, ebicha, ibicha.

Eebla ma.
GAO

maqaa ji'a Oromoo kan Bitootessaafi caamsaa gidduutti aragamu. 2. rooba tiifu.

Eebla ma.
GAO

maqaa ji'a Oromoo kan Bitootessaafi caamsaa gidduutti aragamu. 2. rooba tiifu.

eeboo ma.
GAO

sibiila qara qabu kan ulee qal'aatti kaawamee wayiin waraanuuf oolu, waraana; Eeboo darbatanii jinfu...

eeboo ma.
GAO

sibiila qara qabu kan ulee qal'aatti kaawamee wayiin waraanuuf oolu, waraana; Eeboo darbatanii jinfu...

eeffana
GAO

"mirgoo2" ilaalaa.

eega 3 ma.
GAO

waan tokko akka hinbanne bira taa an1i yookiin dhaabbatanii 1.laalcha. 2. waan dhufuu jiru yookiin ...

eega 3 ma.
GAO

waan tokko akka hinbanne bira taa an1i yookiin dhaabbatanii 1.laalcha. 2. waan dhufuu jiru yookiin n...

eega 1 da.go.
GAO

erga akkas ta'ee; Eega inni deemee dhufte.

eega 1 da.go.
GAO

erga akkas ta'ee; Eega inni deemee dhufte.

Sponsors