Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
ajjeerraa ma.
GAO

galabaa,citaa yookiin migira baaxii manaatti yookiin darabaa gootaraatti uwwisa, kaba.

ajjeersa
GAO

"ajjeerraa" ilaalaa.

ajjeersisuu go.
GAO

akka ajjeeru gochuu, kabsiisuu.

ajjeersisuu go.
GAO

akka ajjeeru gochuu, kabsiisuu.

ajjeertuu ad.
GAO

nama mana ajjeeruu beeku.

ajjeertuu ad.
GAO

nama mana ajjeeruu beeku.

ajjeeruu go.
GAO

galabaa, citaa yookiin migira baaxii manaatti yokiin darabaa gootaraatti uwwisuu.

ajjeeruu go.
GAO

galabaa, citaa yookiin migira baaxii manaatti yokiin darabaa gootaraatti uwwisuu.

ajjeesa ma.
GAO

akka du'u gocha.

ajjeesa ma.
GAO

akka du'u gocha.

ajjeesaa ad.
GAO

nama bineensa mirgaa ajjeese.

ajjeesaa ad.
GAO

nama bineensa mirgaa ajjeese.

ajjeesisuu go.
GAO

akka lubbuu keessaa baasu gochuu.

ajjeesisuu go.
GAO

akka lubbuu keessaa baasu gochuu.

ajjeesuu go.
GAO

akka du'u gochuu, lubbuu keessaa baasuu.

ajjeesuu go.
GAO

akka du'u gochuu, lubbuu keessaa baasuu.

ajoo ad.
GAO

dubara (durba) gaafa sirbaa osoo qabdoo hintaa'in galte.

ajoo ad.
GAO

dubara (durba) gaafa sirbaa osoo qabdoo hintaa'in galte.

ajooftuu ad.
GAO

tan fooliin ishii nama hin gammachiifne,xirooftuu.

ajooftuu ad.
GAO

tan fooliin ishii nama hin gammachiifne,xirooftuu.

Sponsors