Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dukkuudhaa ad.
GAO

1. kan jiidha dhaqnaa qabu. 2. boqqol:oo dukkuu.

dulaaba ma.
GAO

saanduqa asii ol dhaabbatu, kan kutaa adda addaa of keessaa qabu, yeroo baay'ee mi'a kan keessa naqa...

dullaa ma.
GAO

muka qal'aa cimaa, kan waa ittiin ofi irraa eeguuf harkatti qabatanii deeman,kan waan ta'e tokko itt...

dullacha ad.
GAO

kan ijoollummaa fixataa dhufe, kan dadhabbiin ittin dhaga'amuu jalqabe; Jaarsa dullacha; Sangaa dull...

dullachummaa ma.
GAO

dullacha ta'iinsa, dulluma; Dullachummaatu dhaqna si dhufe natti fakkaata,kanaaf deemsa dadhabda.

dullattii ad.
GAO

tan ijoollummaa fixatte, tan dadhabbiin itti dhaga'amaa dhufe, Jaartii dullattii; Sa'a dullattii.

dulloomaa ad.
GAO

kan dullumni dhaqna jiru, jaarsa; Horii dulloomaan danda'ee hinqotu.

dulloomtuu ad.
GAO

tan dullumni dhaqna ishee dhufe, jaartii dulloomsuu.

dulloomuu go.
GAO

dullacha yookiin dullattii ta'uu.

dulloomuu go.
GAO

dullacha yookiin dullattii ta'uu.

dulloornsuu go.
GAO

1. cikka dullumni dhaqna dhufu gochuu; Yaadatu isa dulloomse. 2. akka dullumni itti dhaga'amu gochu...

dulloornsuu go.
GAO

1. cikka dullumni dhaqna dhufu gochuu; Yaadatu isa dulloomse. 2. akka dullumni itti dhaga'amu gochuu...

Sponsors