Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dotota 1
GAO

"doddota" ilaalaa.

dotota 1
GAO

"doddota" ilaalaa.

dotota 2 ad.
GAO

horii bifti isaa garri caalu dotii ta'e.

dotota 2 ad.
GAO

horii bifti isaa garri caalu dotii ta'e.

dow'acha
GAO

"do'acha" ilaalaa.

dow'acha
GAO

"do'acha" ilaalaa.

dowa' chiisuu
GAO

"do'achiisuu ilaalaa.

dowa' chiisuu
GAO

"do'achiisuu ilaalaa.

du'a gawuu go.
GAO

nama du'e wwaaluu dhaquu, booyicha deemuu.

du'a gawuu go.
GAO

nama du'e wwaaluu dhaquu, booyicha deemuu.

du'a gayii ma.
GAO

nama du'e awaaluu dhaqiinsa, booyicha nama du'ee.

du'a gayii ma.
GAO

nama du'e awaaluu dhaqiinsa, booyicha nama du'ee.

du'a kee da.go.
GAO

jecha nama hiriyaa yookiin uumaan qixxee ofii ta'eef kan ittin kakatan; du'a kee! bor hinhafu, nan d...

du'a kee da.go.
GAO

jecha nama hiriyaa yookiin uumaan qixxee ofii ta'eef kan ittin kakatan; du'a kee! bor hinhafu, nan d...

du'a keessan da.go.
GAO

jecha nama ulfina kennaniif ittiin kakataniif; Du'a keessan nandhufa!

du'a keessan da.go.
GAO

jecha nama ulfina kennaniif ittiin kakataniif; Du'a keessan nandhufa!

du'a ma.
GAO

raaw'ata jireenyaa,lubbuun baha; Waanti lubbuu abti hin'oolu, du'a dhoksani awwaala eessaan gayani?

du'a ma.
GAO

raaw'ata jireenyaa,lubbuun baha; Waanti lubbuu abti hin'oolu, du'a dhoksani awwaala eessaan gayani?

du'aa ad.
GAO

1.kan lubbuun keessa injirre, reeffa. 2. (arraba) kan faayidaa hinqabne, dadhabaa; Namicha du' aa t...

du'aa ad.
GAO

1.kan lubbuun keessa injirre, reeffa. 2. (arraba) kan faayidaa hinqabne, dadhabaa; Namicha du' aa to...

Sponsors