Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dongoruu go.
GAO

dongoraadhaan boollessuu, horduu; Lafa dallaa ijaarratu dongoruu deeme.

donqa 1
GAO

"doqna" ilaalaa.

donqa 1
GAO

"doqna" ilaalaa.

donqa 2 ma.
GAO

dongoraa gurra sadi qabu, kan yeroo hedduu ittiin jirbii diriirsan.

donqa 2 ma.
GAO

dongoraa gurra sadi qabu, kan yeroo hedduu ittiin jirbii diriirsan.

doobaneessuu go.
GAO

akka doobanaa'u gochuu.

doobaneessuu go.
GAO

akka doobanaa'u gochuu.

doobanuu go.
GAO

sibiilli jiidhee yookiin qilleensaa tuqamee bifti geeddaramee qara dhabuu, doomuu, siilla' uu; Sibi...

doobanuu go.
GAO

sibiilli jiidhee yookiin qilleensaa tuqamee bifti geeddaramee qara dhabuu, doomuu, siilla' uu; Sibii...

doobbaa ad.·
GAO

bifa adiiniifi gurraachi wal make, bullee.

doobbaa ad.·
GAO

bifa adiiniifi gurraachi wal make, bullee.

doobbii ma.
GAO

baala qaamni hundi qoree shishifii qabu, kan yc;io tuqan nama gubu.

doobbii ma.
GAO

baala qaamni hundi qoree shishifii qabu, kan yc;io tuqan nama gubu.

dooccoo ma.
GAO

ganboo xinnoo, darbee, shullee.

dooccoo ma.
GAO

ganboo xinnoo, darbee, shullee.

dooddoo ma.
GAO

(qaanii)qaama hormaata dubartii, buqushaa, shooshoo.

dooddoo ma.
GAO

(qaanii)qaama hormaata dubartii, buqushaa, shooshoo.

doofaa ad.
GAO

kan homaa hinbeekne, wallaalaa; "Hangafa doofaa quxisuutu warra dhaala."

doofaa ad.
GAO

kan homaa hinbeekne, wallaalaa; "Hangafa doofaa quxisuutu warra dhaala."

doofumaa ma.
GAO

beekumsa dhabiisa, gowwummaa; Doofummaa kee kana jalaa baatee yoom abshaala taata laata?

Sponsors