Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
don'a
GAO

"doqna" ilaalaa.

donda'aa ad.
GAO

kan dondii ta'e; Miilla donda'aatti kophee keewwachuun nirakkisa.

donda'aa ad.
GAO

kan dondii ta'e; Miilla donda'aatti kophee keewwachuun nirakkisa.

dondaa 1 ma.
GAO

uffannaa yookiin bakkee tokko tokkotti kan akka jaanxilaatti nama gargaaru, kan dhallaadduu yookiin ...

dondaa 1 ma.
GAO

uffannaa yookiin bakkee tokko tokkotti kan akka jaanxilaatti nama gargaaru, kan dhallaadduu yookiin ...

dondaa 2
GAO

"gondaa" ilaalaa.

dondaa 2
GAO

"gondaa" ilaalaa.

dondii ad.
GAO

miilla dhiita'aa kan akka miilla arbaa fakkaatu; Namni miilla dondii dafee dafee deemuu hindandayu.

dondii ad.
GAO

miilla dhiita'aa kan akka miilla arbaa fakkaatu; Namni miilla dondii dafee dafee deemuu hindandayu.

dongoo ad.
GAO

biqiltuu yeroo baay'ee turee dagaage, dhala baay'ee hore; buna goromtii irra buna dongoo irraa ija b...

dongoo ad.
GAO

biqiltuu yeroo baay'ee turee dagaage, dhala baay'ee hore; buna goromtii irra buna dongoo irraa ija b...

dongoraa ma.
GAO

muka fiixeen qaraa yookiin sibiilaa kan lafa ittiin wawwaraananii waa keessa dhaabuuf qopheessan.

dongoraa ma.
GAO

muka fiixeen qaraa yookiin sibiilaa kan lafa ittiin wawwaraananii waa keessa dhaabuuf qopheessan.

dongoramaa ad.
GAO

kan dongoraadhaan boolleffame.

dongoramaa ad.
GAO

kan dongoraadhaan boolleffame.

dongoramuu go.
GAO

dongoraadhaan boolli qotamuu.

dongoramuu go.
GAO

dongoraadhaan boolli qotamuu.

dongorsiisuu go.
GAO

akka dongoru gochuu.

dongorsiisuu go.
GAO

akka dongoru gochuu.

dongoruu go.
GAO

dongoraadhaan boollessuu, horduu; Lafa dallaa ijaarratu dongoruu deeme.

Sponsors