Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dirrisiisuu go.
GAO

1.abiddi akka labooba baasutti bobeessuu. 2. fiigsisuudhaan oofuu, ari'uu; Nama tokkotu nama kudhan ...

dirrisuu go.
GAO

1. sagalee dirrisaa dhageessisuu. 2. fiiguu, gugugsuu; Nama baay'eetu dirrisaa asiin darbe.

dirrisuu go.
GAO

1. sagalee dirrisaa dhageessisuu. 2. fiiguu, gugugsuu; Nama baay'eetu dirrisaa asiin darbe.

diru 2 go.
GAO

callee fo'aatti yookiin kirriitti naquu.

diru 2 go.
GAO

callee fo'aatti yookiin kirriitti naquu.

diruu 1 go.
GAO

waan qara qabuun waraanuu.

diruu 1 go.
GAO

waan qara qabuun waraanuu.

disippiliinii ma.
GAO

duudha dhaabbanni tokko, tuutni namootaa tokko, biyyi tokko 'aadaa isaa godhatee ittiin bulu, ittiin...

disippiliinii ma.
GAO

duudha dhaabbanni tokko, tuutni namootaa tokko, biyyi tokko 'aadaa isaa godhatee ittiin bulu, ittiin...

distii ma.
GAO

mi'a manaa kan suphee yookiin sibiila irraa hojjetamu, kan ittoon yookiin waxiin abidda irratti itti...

distii ma.
GAO

mi'a manaa kan suphee yookiin sibiila irraa hojjetamu, kan ittoon yookiin waxiin abidda irratti itti...

do'acha ma.
GAO

dinqifannaadhaan yookiin gammachuudhaan ilaala.

do'acha ma.
GAO

dinqifannaadhaan yookiin gammachuudhaan ilaala.

do'achiisuu go.
GAO

akka do'atu gochuu.

do'achiisuu go.
GAO

akka do'atu gochuu.

do'achuu go.
GAO

waan takkaa hinargin yookiin waan nama gammachisu yookiin nama dinqu ilaaluu.

do'achuu go.
GAO

waan takkaa hinargin yookiin waan nama gammachisu yookiin nama dinqu ilaaluu.

dobola ad.
GAO

uffata bal'aa dheeraa,

dobola ad.
GAO

uffata bal'aa dheeraa,

doddota ma.
GAO

muka, kan bifti laaftoo fakkaatu.

Sponsors