Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
diriiruu go.
GAO

1. waanti walitti dacha'e, suntuure, w.k.f., wal keessaa yaa'ee yookiin walittii gargar ba'ee tamsa'...

dirima je.
GAO

sagalee ittiin loon oofan.

dirima je.
GAO

sagalee ittiin loon oofan.

dirmammaa'aa ad.
GAO

kan dirmammuu qabu.

dirmammaa'aa ad.
GAO

kan dirmammuu qabu.

dirmammaa'uu go.
GAO

dirmammuu godhachuu.

dirmammaa'uu go.
GAO

dirmammuu godhachuu.

dirmammeessuu go.
GAO

rukuttaan dirmammuu itti uumuu.

dirmammeessuu go.
GAO

rukuttaan dirmammuu itti uumuu.

dirmammuu ma.
GAO

dhiita yookiin dallansuu gogaa kan rukuttu irraa ka'u; Dirmammuu gooba b'aase.

dirmammuu ma.
GAO

dhiita yookiin dallansuu gogaa kan rukuttu irraa ka'u; Dirmammuu gooba b'aase.

dirmuu go.
GAO

1.diramuu (otoo hinargin). 2. akka waan diramaniitti iddoo tokko gadi taa'uu; Olii gadi hinkaatinii...

dirmuu go.
GAO

1.diramuu (otoo hinargin). 2. akka waan diramaniitti iddoo tokko gadi taa'uu; Olii gadi hinkaatinii ...

diroo 1 ma.
GAO

buqqee yookiin qabee aannan ittiin raasan, weessoo, ro'oo.

diroo 1 ma.
GAO

buqqee yookiin qabee aannan ittiin raasan, weessoo, ro'oo.

diroo 2 ma.
GAO

1.balbala keessaa dhalatan,gosa; Diroon kee eenyu? Abbichuudha moo Galaan? 2. waggaa dhalootaa; dir...

diroo 2 ma.
GAO

1.balbala keessaa dhalatan,gosa; Diroon kee eenyu? Abbichuudha moo Galaan? 2. waggaa dhalootaa; diro...

dirqamsiisuu go.
GAO

dirqama isaa akka ba'u yookiin raawwatu gochuu.

dirqamsiisuu go.
GAO

dirqama isaa akka ba'u yookiin raawwatu gochuu.

dirqii ma.
GAO

waan gochuun yookiin hojjechuun nama irraa eegamu,dirqii, giddii; Gibira baasuun dirqama nama hojjet...

Sponsors