Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dhuumfachuu go.
GAO

waannama biraa wajjin hirmaataa turan guutummaadhumatti kan mataa ofii godhachuu; Qotiyyoo gara kan ...

dhuundhuma
GAO

"dhumdhuma" ilaalaa.

dhuundhumachuu go.
GAO

dhuundhumaan safarachuu, lakkaawwachuu; Hamma si gawu dhuundhumadhuu fudhadhu.

dhuunfaa
GAO

"dhuumfaa" ilaalaa.

dhuunfachuu
GAO

"dhuumfachuu" ilaalaa.

dhuwaa gochuu go.
GAO

qawwee, alangaa, w.k.f., dhukaasuu, tokkosuu.

dhuyyama ma.
GAO

ujummoo ittiin waan dhugaatii xuuxxatan, kan shomboqqoo yookiin sooyyama irraa hojjetamu.

diba ma.
GAO

waan akka dhadhaa, qalamii, w.k.f., waan tokko muuda.

diba ma.
GAO

waan akka dhadhaa, qalamii, w.k.f., waan tokko muuda.

dibaa 1 ma.
GAO

nyaata barbadaa keessatti bilchaate.

dibaa 1 ma.
GAO

nyaata barbadaa keessatti bilchaate.

dibaa 2 ma.
GAO

jirma yookiin gumcuu akka abiddi isaa hindhaamne barbadaa kessa ruuqan.

dibaa 2 ma.
GAO

jirma yookiin gumcuu akka abiddi isaa hindhaamne barbadaa kessa ruuqan.

dibaaba ma.
GAO

xilaa meexxii jajjabaa irraa dha'amu, kan qabannoon isaa ulee qal'aa. 2. mataa calii. 3. maqaa nama...

dibaaba ma.
GAO

xilaa meexxii jajjabaa irraa dha'amu, kan qabannoon isaa ulee qal'aa. 2. mataa calii. 3. maqaa namaa...

dibaabee 1 ad.
GAO

kan akka dibaabaatti nama gargaartu.

dibaabee 1 ad.
GAO

kan akka dibaabaatti nama gargaartu.

dibaabee 2 ma.
GAO

maqaa nadheenii.

dibaabee 2 ma.
GAO

maqaa nadheenii.

dibaabii
GAO

"dibaaba 2 "ilaalaa.

Sponsors