hamma aduun dhiitutti yookiin lixxutti yookiin hamma galgalaawutti turuu; As tureen aduu dhiisifachu...
bokoka yookiin furfura gogaa namaa yookiin horii kan dhibee yookiin miidhama irraa dhufu; Dhiiti yer...
1. miilla ofiitiin wayi ofiif dhiituu. 2. miilli wawarraaquu; Saani yammuu miilla gaadi'an nidhiitat...
1. miillaan dhayamuu yookiin tumamuu; Hunda irra Kopheedhaan dhiitamuun nama 'aarsa. 2. gadi qabamuu...
1. "dhiita" ilaalaa. 2. miillaan lafa yookiin waan biraa rukutta yookiin tumiinsa; Gurbaa, dhiiticha...
mi'a akka gingilchaa kan waan jiidhaa akka bukoo ittiin waan hinbarbaadamne keessaa qulqulleessan.
gocha dhimbiibuu, fakkeenyaaf dhadhaa aannan keessaa baasa. 2. waan dhimbiibamee siicoon keessaa bay...