Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
aggacha ma.
GAO

akka gatii yookiin idaa dhiyeessuuf waasii qabiisa.

aggachiisuu go.
GAO

akka aggatu gochuu.

aggachiisuu go.
GAO

akka aggatu gochuu.

aggachuu 1  go.
GAO

rukutufu harka ol fuudhanii dhiisuu

aggachuu 1  go.
GAO

rukutufu harka ol fuudhanii dhiisuu

aggachuu 2 go.
GAO

akka abbaa ida yookiin gaafatamaa dhiye_essufu waasii qabuu.

aggachuu 2 go.
GAO

akka abbaa ida yookiin gaafatamaa dhiye_essufu waasii qabuu.

aggannaa
GAO

"aggacha " ilaalaa

aggatamuu 1 go.
GAO

harki ol fuudhamee odoo hinrukutamin hafuu.

aggatamuu 1 go.
GAO

harki ol fuudhamee odoo hinrukutamin hafuu.

aggatamuu 2 go.
GAO

qabata waasii namaa ta'aniif qabamuu,

aggatamuu 2 go.
GAO

qabata waasii namaa ta'aniif qabamuu,

agiboo
GAO

"gaabaalcha" ilaalaa.

agobara ma.
GAO

waan akka jaanxilaa kan namni dur ittiin gargaaramu.

agobara ma.
GAO

waan akka jaanxilaa kan namni dur ittiin gargaaramu.

agooggacha
GAO

"haguuggacha" ilaalaa.

agooggachiisuu
GAO

"haguuggachiisuu" ilaalaa.

agooggachuu
GAO

"haguuggachuu" ilaalaa.

agooggannaa
GAO

"haguuggacha" ilaalaa.

agooggii
GAO

"haguuggii" ilaalaa.

Sponsors