Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
agabaattee ma.
GAO

firooma nadheen obboleewwanitti heeruman itti walii oolan.

agabaattee ma.
GAO

firooma nadheen obboleewwanitti heeruman itti walii oolan.

agabsiisuu
GAO

"hagabsiisuu" ilaalaa.

agabsuu
GAO

"hagabsuu" ilaalaa.

agachiisuu go.
GAO

akka argatu gochuu.

agachiisuu go.
GAO

akka argatu gochuu.

agadaa
GAO

"hagadaa"  ilaalaa.

agalgilii ma.
GAO

mi'a migira irraa qophaawu kan keessi golboo, kan qadaada qabu, yeroo bay'ee kan galaa keessa keeww...

agalgilii ma.
GAO

mi'a migira irraa qophaawu kan keessi golboo, kan qadaada qabu, yeroo bay'ee kan galaa keessa keewwa...

agamsa
GAO

"hagamsa" ilaalaa.

agarsiifachuu
GAO

"argisiifachuu" ilaalaa.

agarsiisuu
GAO

"argisiisuu" ilaalaa.

agartuu ma. 
GAO

gumaa  ijaa.

agartuu ma. 
GAO

gumaa  ijaa.

Agayya
GAO

"Hagayya" ilaalaa.

aggaama ma.
GAO

waan tokko gochuuf (keessattuu harka kaasanii) yaadanii dhiisa.

aggaama ma.
GAO

waan tokko gochuuf (keessattuu harka kaasanii) yaadanii dhiisa.

aggaamuu go.
GAO

waan tokko gochuuf yaadanii dhiisuu.

aggaamuu go.
GAO

waan tokko gochuuf yaadanii dhiisuu.

aggacha ma.
GAO

akka gatii yookiin idaa dhiyeessuuf waasii qabiisa.

Sponsors