Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dhaalchisuu go.
GAO

akka dhaalu gochuu. 2. harka caalee waanti tokko waan biraa keessa akka jiraatu gochuu; Midhaan aram...

dhaaluu go.
GAO

dhaalaan fudhachuu.

dhaamocha ma.
GAO

1. qorra keessumattuu kan diilallaa'u. 2. kophummaa namatti dhaga'amu; Ijoolleen na biraa deemnaan d...

dhaamochiisuu go.
GAO

akka dhaamochi itti dhaga'amu gochuu.

dhaamochuu go.
GAO

dhaamochi namatti dhagayamuu.

dhaamonnaa ma.
GAO

qorra irraa kan ka'e diilalla namatti dhagahamu.

dhaamotaa ad.
GAO

1. kan qorra of keessaa qabu; Guyyaan har'aa dhaamotaadha. 2. kan qorri itti dhaga'ame; Dhaamotaan a...

dhaamsa 1 ma.
GAO

boba'a dhabsiisa.

dhaamsa 2 ma.
GAO

waan nama biraatti ergamu yookiin ergaa nama bira deemu.

dhaamsisuu go.
GAO

akka dhaamsu gochuu.

dhaamsuu go.
GAO

1. abiddi yookiin ibsaan akka dhaamu gochuu. 2.lolli ka'e akka itti hinfufne gochuu.

dhaamuu 1 go.
GAO

ergaa namaan nama biraatti erguu; Obboleessa keetti maal dhaamuu barbaadda?

dhaamuu 2 go.
GAO

abiddi yookiin ibsaan boba'uu yookiin ifuu dhiisuu; Abiddi yawuu dhaamu golli hindukkanaa'a.

dhaanachuu
GAO

"dhaannachuu" ilaalaa.

dhaanamuu
GAO

"dhahamuu" ilaalaa.

dhaanicha ma.
GAO

rukuttaa adabaaf rukutan; Ijoollee kee dhaanicha yoom dhiifta?

dhaannachuu go.
GAO

adabaaf jecha waan ta'e rukutuu; Mucaa kee dhaannachuu dhiitteeti amala balleessite.

dhaanquu
GAO

"dhanquu 2" ilaalaa.

dhaanuu go.
GAO

adabaaf jecha rukutuu. 2. bokkaan namatti roobuu; Bokkaatu kaleessa dhaane.

dhaaphachuu
GAO

"dhaabbachuu" ilaalaa.

Sponsors