Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dargaggummaa ma.
GAO

dargaggeessa  ta'iinsa; umrii dargaggummaa dhaqnaa qabu nicollooma.

dargaggummaa ma.
GAO

dargaggeessa  ta'iinsa; umrii dargaggummaa dhaqnaa qabu nicollooma.

darmii ma.
GAO

ilmaan fardaa yookiin gaalaa.

darmii ma.
GAO

ilmaan fardaa yookiin gaalaa.

darree 1 ad.
GAO

nama dhaqna o'ina hinqabne, kan dhibaa'aa ta'e;  Inni hingeenyee akka tarree, an hinteenyee akka da...

darree 1 ad.
GAO

nama dhaqna o'ina hinqabne, kan dhibaa'aa ta'e;  Inni hingeenyee akka tarree, an hinteenyee akka da...

darree 2 ma.
GAO

gosa muka gammoojjii.

darree 2 ma.
GAO

gosa muka gammoojjii.

darreessuu go.
GAO

darre (kan dhaqna o'ina hin qabne) taasisuu.

darreessuu go.
GAO

darre (kan dhaqna o'ina hin qabne) taasisuu.

daruraa ad.
GAO

nama abshaalummaan isa hanqatu, dor'aa, gowwaa.

daruraa ad.
GAO

nama abshaalummaan isa hanqatu, dor'aa, gowwaa.

darzana ma.
GAO

waanti kudha lama kan keessatti aguugame; Irsaasiin kudha lama darzana tokko jedhama.

darzana ma.
GAO

waanti kudha lama kan keessatti aguugame; Irsaasiin kudha lama darzana tokko jedhama.

Dasee 2 ma.
GAO

magaalaa  guddittii biyya Walloo.

Dasee 2 ma.
GAO

magaalaa  guddittii biyya Walloo.

dawaa ma.
GAO

waan dhukkuba irraa nama fayi'su, qoricha, qorsa.

dawaa ma.
GAO

waan dhukkuba irraa nama fayi'su, qoricha, qorsa.

dawoo
GAO

"dahoo"  ilaalaa.

dawuu
GAO

"dahuu" ilaalaa.

Sponsors