Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dallaqa ma.
GAO

rukuttaa guddaa fagootti sagaleen isaa dhaga' amu; Dallaqi nagaaritaa tagootti dhaga'ama.

dallaquu go.
GAO

dallaqa rukutuu.

dallaquu go.
GAO

dallaqa rukutuu.

dallawa
GAO

"dallaa" ilaalaa.

dalluu ma.
GAO

foon lum'ee yookiin gateettii horii gubbaatti margu, gooba; Abbaa jaal'ateef rajiijiin dalluudha.

dalluu ma.
GAO

foon lum'ee yookiin gateettii horii gubbaatti margu, gooba; Abbaa jaal'ateef rajiijiin dalluudha.

dalluu ma.·
GAO

daara xinnoo kan funyaan, afaan, w.k.f. ittiin haxaawwatan, maarrabii.

damacaa ma.
GAO

1. dhagaa ija jilbii keessaa ittiin baasan daamacaa. 2. takkina hamma malee; Maalan jira, damacaa g...

damacaa ma.
GAO

1. dhagaa ija jilbii keessaa ittiin baasan daamacaa. 2. takkina hamma malee; Maalan jira, damacaa gi...

damacuu go.
GAO

2. jirbii keessaa ija baasuu yookiin saasa'uu. 2. waan tokko waan biraa lama giddu galchanii walitt...

damacuu go.
GAO

2. jirbii keessaa ija baasuu yookiin saasa'uu. 2. waan tokko waan biraa lama giddu galchanii walitti...

dambaca
GAO

"dambajaa" ilaalaa.

dambajaa ma.
GAO

xaarmusii guddaa kan garaan isaa akka hubboo yookiin okkotee bal'atu, kan farsoon, daadhiin, w.k.f. ...

dambajaa ma.
GAO

xaarmusii guddaa kan garaan isaa akka hubboo yookiin okkotee bal'atu, kan farsoon, daadhiin, w.k.f. ...

dambala'aa ad.
GAO

1. bishaan ciisaa kan bakkee keessa asiifi achi guutee jiru; Ganna ganna lagni ni dambala' a. 2. na...

dambala'aa ad.
GAO

1. bishaan ciisaa kan bakkee keessa asiifi achi guutee jiru; Ganna ganna lagni ni dambala' a. 2. nam...

dambala'uu go.
GAO

bishaan diriiree bakkee irra guutu.

dambala'uu go.
GAO

bishaan diriiree bakkee irra guutu.

damdamachuu go.
GAO

hubaatii irra gaye irraa fooyya' uu, wayyaawuu; Sareen damdamattu.

damdamachuu go.
GAO

hubaatii irra gaye irraa fooyya' uu, wayyaawuu; Sareen damdamattu.

Sponsors