hojii ganama yeroo gabaabaadhaaf ollaan yaa'ee nama tokkoof hojjetu.
uffata moofaa, kan yeroo hojii uffatan; Namni hojii deemu dakkuu uffata.
waan namni itti dhimmee dhama'u, hojii; An har'a dalaga hinqabu,taa'aan oole.
1. sirba yammuu dubartiin deessu yookiin yeroo dubartiin ateetee naqattu sirbamu. 2. gajafa yammuu ...
1. sirba yammuu dubartiin deessu yookiin yeroo dubartiin ateetee naqattu sirbamu. 2. gajafa yammuu a...
hojii hojjechuu.
ateetee dalaguu, faguu, shubbisuu.
waan akka dallaa kan muka qoraattii qabu irraa wal qabsiisan.
dalasaa yookiin dalla'a itti gocnuu.
bittaafi gurgurtaa, nagada.
daldala hojjechuu.