Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
da'a
GAO

"daha"  ilaalaa.

da'a
GAO

"daha"  ilaalaa.

da'ee ad.
GAO

kan deessu, haadha; Da'een koo kan harma hoosiftee na guddifteyyuu akkas natti hindheekkamne. ...

da'ee ad.
GAO

kan deessu, haadha; Da'een koo kan harma hoosiftee na guddifteyyuu akkas natti hindheekkamne.

da'iisa
GAO

"daha" ilaalaa.

da'iisa
GAO

"daha" ilaalaa.

da'oo
GAO

"dahoo" ilaalaa.

da'oo
GAO

"dahoo" ilaalaa.

da'umsa
GAO

"daha" ilaalaa.

da'umsa
GAO

"daha" ilaalaa.

da'uu
GAO

"dahuu" ilaalaa.

da'uu
GAO

"dahuu" ilaalaa.

daa'ima ma.
GAO

mucaa dhiwoo dhalate; Daa 'ima harma hodhu manaa qabdi. 2 . deemsa jilbaan deeman; Mucaan daa' ima ...

daa'ima ma.
GAO

mucaa dhiwoo dhalate; Daa 'ima harma hodhu manaa qabdi. 2 . deemsa jilbaan deeman; Mucaan daa' ima j...

daa'imsiisuu go.
GAO

1. jilbaan deemsisuu. 2. hamma namni namatti sagadee nama Kadhatutti geessisuu; wanti kadhaa nan h...

daa'imsiisuu go.
GAO

1. jilbaan deemsisuu. 2. hamma namni namatti sagadee nama Kadhatutti geessisuu; wanti kadhaa nan haf...

daa'imuu go.
GAO

jilbaan adeemuu; Mucaan  nidaa'ime.

daa'imuu go.
GAO

jilbaan adeemuu; Mucaan  nidaa'ime.

daabanaa ma.
GAO

caba meeshaa manaa keessattuu, meeshaa suphee, buqqee.

daabanaa ma.
GAO

caba meeshaa manaa keessattuu, meeshaa suphee, buqqee.

Sponsors