Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
curuursuu
GAO

"curursuu" ilaala

cuucii ma.
GAO

ilmoo hindaaqqoo, simbiraa, allaattii, hoola re'ee.

cuucii ma.
GAO

ilmoo hindaaqqoo, simbiraa, allaattii, hoola re'ee.

cuukkoo ma.
GAO

bassoo dhadhaan laafee sukkuumame,  dhangaa bassoofi dhadhaa irraa qophaa'u.

cuukkoo ma.
GAO

bassoo dhadhaan laafee sukkuumame,  dhangaa bassoofi dhadhaa irraa qophaa'u.

cuupha ma.
GAO

bishaan keessa gaseensisa, jiisa

cuupha ma.
GAO

bishaan keessa gaseensisa, jiisa

cuuphaa
GAO

"cuupha"ilaalaa.

cuuphachuu go.
GAO

1.bishaaniin jiisachuu. 2. nyaata baaduudhaan  yookiin  waxiidhaa tuqachuu.

cuuphachuu go.
GAO

1.bishaaniin jiisachuu. 2. nyaata baaduudhaan  yookiin  waxiidhaa tuqachuu.

cuuphamuu go.
GAO

bishaan kees kaawamuu yookiin bishaaniin tuqamuu. 2. kiristinnaa kaafamuu.

cuuphamuu go.
GAO

bishaan kees kaawamuu yookiin bishaaniin tuqamuu. 2. kiristinnaa kaafamuu.

cuuphata ma.
GAO

1.dhadhaa baqsaa nyaataaf qophaa'e. 2.gocha cuuphuu.

cuuphata ma.
GAO

1.dhadhaa baqsaa nyaataaf qophaa'e. 2.gocha cuuphuu.

cuuphsisuu go.
GAO

akka cuuphu gochuu.

cuuphsisuu go.
GAO

akka cuuphu gochuu.

cuuphuu go.
GAO

1.dhangala'aa keessa galchanii jiisuu.  2. kiristinnaa  kaasuu

cuuphuu go.
GAO

1.dhangala'aa keessa galchanii jiisuu.  2. kiristinnaa  kaasuu

D,d
GAO

qubee Oromoo kan tarree afuraffaa irratti argamu.

D,d
GAO

qubee Oromoo kan tarree afuraffaa irratti argamu.

Sponsors