Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
cunqursiisuu go.
GAO

hacuuccaa irraan geessisuu.

cunqursiisuu go.
GAO

hacuuccaa irraan geessisuu.

cunqursuu go.
GAO

1. Lafa itti dhiphisuu, akKa akka garaa isaa hinsosochoone dhowwuu. 2. gadi qabanii bulchuu, hacuucu...

cunqursuu go.
GAO

1. Lafa itti dhiphisuu, akKa akka garaa isaa hinsosochoone dhowwuu. 2. gadi qabanii bulchuu, hacuucu...

cuqaafamuu go.
GAO

humnaan  raafamuu.

cuqaafamuu go.
GAO

humnaan  raafamuu.

cuqaasa ma.
GAO

humnaan irraan akka weessoo darbatanii raasa.

cuqaasa ma.
GAO

humnaan irraan akka weessoo darbatanii raasa.

cuqaasisuu go.
GAO

akka cuqaasu gochuu.

cuqaasisuu go.
GAO

akka cuqaasu gochuu.

cuqaasuu go.
GAO

humnaan darbatanii raasuu; eessoo dafee kan cuqaasu baduu dhuga .

cuqaasuu go.
GAO

humnaan darbatanii raasuu; eessoo dafee kan cuqaasu baduu dhuga .

cuquliisa ma.
GAO

gosa simbiraa gurraacha biluu. 2.bifa samii yookiin waaqaa.

cuquliisa ma.
GAO

gosa simbiraa gurraacha biluu. 2.bifa samii yookiin waaqaa.

curreema
GAO

bineensa dagala curreema

cururfachuu go.
GAO

qallisan 1 bufachuu.

cururfachuu go.
GAO

qallisan 1 bufachuu.

cururfamuu go.
GAO

qalnaninaan  bu' uu.

cururfamuu go.
GAO

qalnaninaan  bu' uu.

curuursa
GAO

"curursa" ilaalaa.

Sponsors