"sirumaa" ilaalaa.
otoo hinhafin, duuchaa, hundumaa; Namni cufaan yaa'ii bahan.
"cufaa "1 ilaalaa.
hulaan duuduu, banaa ta'iisa dhiisuu.
ifa kennuu,waa akka dibataa argatanii bareeduu; Horiin huqqate hincululuqu.
1. gafata farsoo yookiin bunaa, siicoo. 2. gafata garaacha keessaa bawu; Cumaa hoolaa biqil tuugees...
1. gafata farsoo yookiin bunaa, siicoo. 2. gafata garaacha keessaa bawu; Cumaa hoolaa biqil tuugeesh...
farsoo furdaa daagujjaa irraa hojjetamu.
roorroon nama rragawuu, hacuucaamuu.
gadi qaba,acuuccaa.
"cunqursa" ilaalaa
gadi qabaa, hacuucaa; Nama cunqursaa biyyi hinjaallatu.