Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
corree ma.
GAO

lafa guddaa o'u.

corroqa ma.
GAO

bishaan rooba booda bool'a xixinnoo keessatti hafu, keessatti hafu, qoca bishaanii kan xurii qabu. ...

corroqa ma.
GAO

bishaan rooba booda bool'a xixinnoo keessatti hafu, keessatti hafu, qoca bishaanii kan xurii qabu.

corsiisuu go.
GAO

akka coru gochuu.

corsiisuu go.
GAO

akka coru gochuu.

coruu go.
GAO

walitti funaanuu.

coruu go.
GAO

walitti funaanuu.

coxee
GAO

"catee" ilaalaa.

cubbama ma.
GAO

cubbuu hojjecha, qulqullummaa dhabiisa.

cubbama ma.
GAO

cubbuu hojjecha, qulqullummaa dhabiisa.

cubbamuu go.
GAO

cubbuu hojjechuu, maqa hojjechuu.

cubbamuu go.
GAO

cubbuu hojjechuu, maqa hojjechuu.

cubbuu ma.
GAO

gocha hinjirre, maqa; Namni badiitti gore cubbuu hinilaallatu.

cubbuu ma.
GAO

gocha hinjirre, maqa; Namni badiitti gore cubbuu hinilaallatu.

cubbuxoo ma.
GAO

nyaata buddeena yookiin maxinoo barbarree wajjin sukkuumanii qopheessan; "Cubbuxoon galaadha, kutata...

cubbuxoo ma.
GAO

nyaata buddeena yookiin maxinoo barbarree wajjin sukkuumanii qopheessan; "Cubbuxoon galaadha, kutata...

cufa ma.
GAO

hulaa duucha,banaa akka hintaane gocha.

cufa ma.
GAO

hulaa duucha,banaa akka hintaane gocha.

cufaa 1 ma.
GAO

1. balbala yookiin karra waa ittiin cufan. 2.banaa kan hinta'in; Karra cufaa akka arganitti hinseen...

cufaa 1 ma.
GAO

1. balbala yookiin karra waa ittiin cufan. 2.banaa kan hinta'in; Karra cufaa akka arganitti hinseena...

Sponsors