Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
colloomuu go.
GAO

callee ta'uu, daagummaa jalaa bawuu.

comoxxoo ma.
GAO

baala akka goommanaa kan affeelamee nyaatamu.

comoxxoo ma.
GAO

baala akka goommanaa kan affeelamee nyaatamu.

con go.
GAO

walitti cuumfamuu, kuufamuu.

con go.
GAO

walitti cuumfamuu, kuufamuu.

cona ma.
GAO

suuta jedhanii waan xinnoo walitti kuusa.

cona ma.
GAO

suuta jedhanii waan xinnoo walitti kuusa.

conachuu go.
GAO

xixinneessanii walitti cuumfachuu; Ameessa gu'a ja: gaye  jabbii  itti gadi dhiisaniiti Canatu.

conachuu go.
GAO

xixinneessanii walitti cuumfachuu; Ameessa gu'a ja: gaye  jabbii  itti gadi dhiisaniiti Canatu.

conqola' a ma.
GAO

mormi gar tokkotti nama jiga. 2.ajjeefama.

conqola' a ma.
GAO

mormi gar tokkotti nama jiga. 2.ajjeefama.

conqola'uu go.
GAO

1, mormi gar tokkotti nama jigu 2. wayiin ajjeefarnuu. 3. gadi jiguu yookiin dhundhuluu.

conqola'uu go.
GAO

1, mormi gar tokkotti nama jigu 2. wayiin ajjeefarnuu. 3. gadi jiguu yookiin dhundhuluu.

conqolaasa ma.
GAO

1.morma gar tokkotti jigsa. 2.dhahanii ajjeesa.

conqolaasa ma.
GAO

1.morma gar tokkotti jigsa. 2.dhahanii ajjeesa.

conqolaasuu go.
GAO

1. morma gar tokkotti jigsuu; Conqola'ee rafeeti mormi isa dhukkube. wayiin rukutanii ajjeesuu; Alla...

conqolaasuu go.
GAO

1. morma gar tokkotti jigsuu; Conqola'ee rafeeti mormi isa dhukkube. wayiin rukutanii ajjeesuu; Alla...

conqorfamuu
GAO

"cunqurfamuu" ilaalaa.

conqorsa
GAO

"cunqursa" ilaalaa.

conqorsaa
GAO

"cunqursaa" ilaalaa.

Sponsors