Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
cirriiqfuu ma.
GAO

1. hancufa ilkaan fuulduraa gidduudhaan baasanii tufan. 2. hancufa tufaatii.

cirriqfata
GAO

"cirriiqfata" ilaalaa.

cirsiisuu go.
GAO

akka ciru gochuu.

cirsiisuu go.
GAO

akka ciru gochuu.

ciruu go.
GAO

1. gar malee muruu; Janamaan itti bayeeti baarzaafii abbaa jalaa cire. 2. iddoo iddootti kukkutuu; i...

ciruu go.
GAO

1. gar malee muruu; Janamaan itti bayeeti baarzaafii abbaa jalaa cire. 2. iddoo iddootti kukkutuu; i...

citaa 1 ma.
GAO

marga dhedheeraa haamanii ittiin mana ijaaran; citaan migiraa  dafee hindulloomu.

citaa 1 ma.
GAO

marga dhedheeraa haamanii ittiin mana ijaaran; citaan migiraa  dafee hindulloomu.

citaa 2 ad.
GAO

kan cite; Funyoo citaa walitti fufe.

citaa 2 ad.
GAO

kan cite; Funyoo citaa walitti fufe.

citii ma.
GAO

lola guddaa kan araarsaaf nama dhibu; Citii keessa galeeti du' e.

citii ma.
GAO

lola guddaa kan araarsaaf nama dhibu; Citii keessa galeeti du' e.

cittaa'uu go.
GAO

cittoon nama nyaachuu.

cittaa'uu go.
GAO

cittoon nama nyaachuu.

cittoo ma.
GAO

dhibee nama hooqsisu; Xuriin cittoo namatti fiduu danda 'a.

cittoo ma.
GAO

dhibee nama hooqsisu; Xuriin cittoo namatti fiduu danda 'a.

cittuu ad.
GAO

1.kan citte; Funyoo cittuu walitti gudunfeeti hoolaa ittiin hidhe. 2. lafa bishaaniin marfame; Lafa...

cittuu ad.
GAO

1.kan citte; Funyoo cittuu walitti gudunfeeti hoolaa ittiin hidhe. 2. lafa bishaaniin marfame; Lafa ...

cituu go.
GAO

gargar bawuu, kutarriuu.

cituu go.
GAO

gargar bawuu, kutarriuu.

Sponsors