Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
ciqawuu go.
GAO

bakka lamatti baasuu, muruu; Muka kana ciqawiitii mana ijaari.

ciqawuu go.
GAO

bakka lamatti baasuu, muruu; Muka kana ciqawiitii mana ijaari.

ciqilee ma.
GAO

qaama irreefi harka gidduu, duuba iddoo harki walitti dacha'u; Madaan ciqilee dafee hinfayyu.

ciqilee ma.
GAO

qaama irreefi harka gidduu, duuba iddoo harki walitti dacha'u; Madaan ciqilee dafee hinfayyu.

ciqirtii ma.
GAO

galtee gindiifi babatti walitti qabdu.

ciqirtii ma.
GAO

galtee gindiifi babatti walitti qabdu.

ciraa 1 ma.
GAO

1. rifeensa dhedheeraa gama yookiin fardaa irraa buqqa'u. 2. gama, eegeefi wanti isa fakkaatu irra...

ciraa 1 ma.
GAO

1. rifeensa dhedheeraa gama yookiin fardaa irraa buqqa'u. 2. gama, eegeefi wanti isa fakkaatu irraa...

ciraa 2 ma.
GAO

bosona yookiin caakkaa qonnaaf murame; Cira gubeeti barbarree dhaabe.

ciraa 2 ma.
GAO

bosona yookiin caakkaa qonnaaf murame; Cira gubeeti barbarree dhaabe.

ciracha ma.
GAO

waan ta'e muracha.

ciracha ma.
GAO

waan ta'e muracha.

cirachuu 1 go.
GAO

ofiif ciruu.

cirachuu 1 go.
GAO

ofiif ciruu.

cirachuu 2 go.
GAO

itti bawuu, fakkaachuu; Ijoolleen wa duran abbaatti ciratti.

cirachuu 2 go.
GAO

itti bawuu, fakkaachuu; Ijoolleen wa duran abbaatti ciratti.

cirama ma.
GAO

gar malee murama.

cirama ma.
GAO

gar malee murama.

ciramuu go.
GAO

1. gar malee muramuu. 2. bakka bakkatti kukkutamuu; foon billaadhaa asiifi achi cirame.

ciramuu go.
GAO

1. gar malee muramuu. 2. bakka bakkatti kukkutamuu; foon billaadhaa asiifi achi cirame.

Sponsors