Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
cillaanqifataa ad.
GAO

gad ciisaa yookiin kan dugdi gadi dhooqe Lafni cillaanqifataan yoo deeman nama jalaa hindhumu.

cillanqifachuu go.
GAO

1 . dugda gadi ciibsuu; Duubatti cillaanqifateeti  dhagaa darbate. 2. gadi dhommoquu; Baaxiin cilla...

cillanqifachuu go.
GAO

1 . dugda gadi ciibsuu; Duubatti cillaanqifateeti  dhagaa darbate. 2. gadi dhommoquu; Baaxiin cilla...

cillima ma.
GAO

ifa kan hinqabne, dukkana; Cillima keessa laga bu 'e.

cillima ma.
GAO

ifa kan hinqabne, dukkana; Cillima keessa laga bu 'e.

cillimoo ma.
GAO

1. ifa kan hinqabne, dukkana. 2 . Maqaa biyyaa.

cillimoo ma.
GAO

1. ifa kan hinqabne, dukkana. 2 . Maqaa biyyaa.

cillimsuu go.
GAO

akka cillimu gochuu.

cillimsuu go.
GAO

akka cillimu gochuu.

cillimuu go.
GAO

ifa dhabuu, dukkanaa' uu.

cillimuu go.
GAO

ifa dhabuu, dukkanaa' uu.

cilqii ad.
GAO

lafa dulloome,borqii; Oyiruu cilqiin midhaan sirrii itti hinmagarsu.

cilqii ad.
GAO

lafa dulloome,borqii; Oyiruu cilqiin midhaan sirrii itti hinmagarsu.

cima ma.
GAO

jabina argacha, humna godhacha.

cima ma.
GAO

jabina argacha, humna godhacha.

cimaa ad.
GAO

jabina kan qabu, humna qabeessa.

cimaa ad.
GAO

jabina kan qabu, humna qabeessa.

cimdeessuu go.
GAO

cimdii taasisuu.

cimdeessuu go.
GAO

cimdii taasisuu.

cimdii ad.
GAO

qeentee kan hinta' in, waan lama; Qotiyyoo cimdii tokko qaba.

Sponsors