Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
adoona'uu go.
GAO

akka malee waa argachuuf gaggabuu, waan namaatti muddamanii ija baasuu.

adoona'uu go.
GAO

akka malee waa argachuuf gaggabuu, waan namaatti muddamanii ija baasuu.

adoonessuu go.
GAO

akka adoona'u gochuu.

adoonessuu go.
GAO

akka adoona'u gochuu.

adurree ma
GAO

bineensa xiqqoo gosa qeerransaa kan antuuta adamsitu; "Keessa keessa adurreen bineensa".

adurree ma
GAO

bineensa xiqqoo gosa qeerransaa kan antuuta adamsitu; "Keessa keessa adurreen bineensa".

aduu boonsoo
GAO

"boosoo" ilaalaa.

aduu boonsoo
GAO

"boosoo" ilaalaa.

aduu boosoo Ma
GAO

aduu wayitii roobni roobu baatu yookiin aduu galgalaa.

aduu boosoo Ma
GAO

aduu wayitii roobni roobu baatu yookiin aduu galgalaa.

aduu ma
GAO

1. "biiftuu" ilaala. 2. ifa biiftuun kennitu guyyaa torbanii keessaa tokko; Aduu kam deemteeti adu...

aduu ma
GAO

1. "biiftuu" ilaala. 2. ifa biiftuun kennitu guyyaa torbanii keessaa tokko; Aduu kam deemteeti ad...

afaa 1 ma.
GAO

marga yookiin baala mana keessa firfirsan. 2. waan itillee jala afatan.

afaa 1 ma.
GAO

marga yookiin baala mana keessa firfirsan. 2. waan itillee jala afatan.

afaa 2 ad.
GAO

baay'ee yookiin gatii guddaa hinbaafne.

afaa 2 ad.
GAO

baay'ee yookiin gatii guddaa hinbaafne.

afaa! di.
GAO

amma mitii takka turaa!

afaa! di.
GAO

amma mitii takka turaa!

afaan 1 ma.
GAO

qaama funyaanii gadii kan midhaan ittiin nyaatan yookiin bishaan ittiin dhugan, akkasumas ittiin dub...

afaan 1 ma.
GAO

qaama funyaanii gadii kan midhaan ittiin nyaatan yookiin bishaan ittiin dhugan, akkasumas ittiin du...

Sponsors