Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Calanqo 2 ma.
GAO

maqaa magaalaa kutaa Harargee keessatti argamtuu.

calaqqee ad.
GAO

ifa kan kennu,waan calaqqisu; Calaqqee warqii argeeti lafa qotuu jalqabe.

calaqqee ad.
GAO

ifa kan kennu,waan calaqqisu; Calaqqee warqii argeeti lafa qotuu jalqabe.

calaqqisa ma.
GAO

ifa ija namaa yeroodhaaf jaamsu; Calaqqisatu ija dhukkubse.

calaqqisa ma.
GAO

ifa ija namaa yeroodhaaf jaamsu; Calaqqisatu ija dhukkubse.

calaqqisiisuu go.
GAO

akka calaqqisu gochuu.

calaqqisiisuu go.
GAO

akka calaqqisu gochuu.

calaqqisuu go.
GAO

ifa ija namaa jaamsu kennuu, calalaquu; "Kan calaqqisu hundi warqii miti."

calaqqisuu go.
GAO

ifa ija namaa jaamsu kennuu, calalaquu; "Kan calaqqisu hundi warqii miti."

calcalii ma.
GAO

bishaan xinnoo yookiin bishaan burqa xinnaattu; Bishaan calcaliin horii dheebuu hinbaastu.

calcalii ma.
GAO

bishaan xinnoo yookiin bishaan burqa xinnaattu; Bishaan calcaliin horii dheebuu hinbaastu.

calii ma.
GAO

mi'a jirbii ittiin foyan.

calii ma.
GAO

mi'a jirbii ittiin foyan.

callaa 1 ma.
GAO

midhaan girdiin keessaa baye; Callaa laadana (gundoo guddaa) lama galfate.

callaa 1 ma.
GAO

midhaan girdiin keessaa baye; Callaa laadana (gundoo guddaa) lama galfate.

callaa 2 ma.
GAO

midhaan daakamee sirriitti hinbullaayin; Baaburri xaafii callaa daake.

callaa 2 ma.
GAO

midhaan daakamee sirriitti hinbullaayin; Baaburri xaafii callaa daake.

callaa 3 ma.
GAO

gosa dheedhii fakkeenyaaf kan akka baaqelaa, ataraa.

callaa 3 ma.
GAO

gosa dheedhii fakkeenyaaf kan akka baaqelaa, ataraa.

callaa 4 da.go.
GAO

miiltoo malee, kophaa kophaa; Jara keessaa isa callaatu hate.

Sponsors