"ciraa 2" ilaalaa
obaarii xinno yookiin qonfarroo sibila qabu itti godhamee waa kotokkotan.
dubbii dhiisuu, afaan qabachuu, callisuu.
fagaatanii baduu, mul'ina dhowwachuu; Saani madaqoon jalaa calaate.
bay'ina dhabiisa badii.
akka Calaasu gochuu.
biyyaa balleessa gatuu;Horii caakkaatti calaaseeti gale.
kan hinbooro Farsoo calala, bishaan calala 2. qirraarii; Farsoodha jedhe calala nuu buufte.
dhugaatii otoo farsootti bishaan hinnaqamin irraa kaafamu.
kan calale.
akka calalu gochuu.